Yaa’iin waliigalaa hundeessitootaa Hundeeffama Baankii Inveestimantii Siinqee irratti mari’atee raggaasiseera.
Yaa’iin waliigalaa hundeessitoota Baankii Inveestimantii Siinqee guyyaa har’a waxabajjii 13 bara 2017, Hoteela Intarnaashinaal Iliilliitti kan gaggeeffame yoo ta’u, yaa’ichi Barreeffama Hundeeffama Baankii Inveestimantii Siinqee irratti mari’atee raggaasiseera. Barreffamni Hundeeffama fi gabaasni qindeessitootaa erga dhiyaateen booda, yaa’ichi miseensota Boordii Baankii Inveestimantii Siinqee muudeera.
……………………………………………………..
የሲንቄ ኢንቨስትመንት ባንክ የመስራቾች ጠቅላለ ጉባዔ ዛሬ ሰኔ 13 ቀን 2017 ዓ.ም በኢሊሊ ኢንተርናሽናል ሆቴል የተካሄደ ሲሆን፣ ጉባዔው የኢንቨስትመንት ባንኩ የመመስረቻ ጽሁፍ ላይ ተወያይቶ አፅድቋል።የመመስረቻ ጽሁፉና የአደራጆች ሪፖርት ከቀረበ በኋላ ጉባዔው የሲንቄ ኢንቨስትመንት ባንክ የቦርድ አባላትን ሰይሟል።
……………………………………………………….
#Siinqee_Investment_Bank #2025 #Make_It_Count
about author
subscribe to newsletter
Stay updated with us







