Posted By:
webadmin
Category:
Share Post:
Yaa’iin waliigalaa hundeessitootaa Hundeeffama Baankii Inveestimantii Siinqee irratti mari’atee raggaasiseera.

Yaa’iin waliigalaa hundeessitoota Baankii Inveestimantii Siinqee guyyaa har’a  waxabajjii 13 bara  2017, Hoteela Intarnaashinaal Iliilliitti  kan gaggeeffame yoo ta’u, yaa’ichi  Barreeffama Hundeeffama  Baankii Inveestimantii Siinqee  irratti mari’atee raggaasiseera. Barreffamni Hundeeffama  fi gabaasni  qindeessitootaa erga dhiyaateen booda, yaa’ichi miseensota Boordii Baankii Inveestimantii Siinqee muudeera.
……………………………………………………..
የሲንቄ ኢንቨስትመንት ባንክ የመስራቾች ጠቅላለ ጉባዔ  ዛሬ ሰኔ 13 ቀን 2017  ዓ.ም   በኢሊሊ ኢንተርናሽናል ሆቴል የተካሄደ ሲሆን፣ ጉባዔው የኢንቨስትመንት ባንኩ የመመስረቻ ጽሁፍ ላይ ተወያይቶ አፅድቋል።የመመስረቻ ጽሁፉና  የአደራጆች ሪፖርት ከቀረበ በኋላ ጉባዔው የሲንቄ ኢንቨስትመንት ባንክ የቦርድ አባላትን ሰይሟል።
……………………………………………………….

#Siinqee_Investment_Bank #2025 #Make_It_Count

Leave A Comment

about author

webadmin

subscribe to newsletter

Stay updated with us